Re'ee
?Re'ee
|

|
odeeffannoo saayinsaawaa
|
|
Moggasa magaslamee
|
Capra aegagrus hircus
|
Re'een (Capra aegagrus hircus) hoosistuu mana keessa jiraatudha. Innis re'ee bosona (Capra aegagrus) irraa dhufe. Elebni re’oota bosona adda addaa, ibex fi waaliyaa ofkeessa qaba.